Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti meeshaaleen waraanaa adda addaa to’atame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa adda addaa seeraan ala Bosona Gaambeellaa ka’uun Magaalaa Finfinnee seenuuf ture Keellaa Diimaatti to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Boordichi gaaffii gurmaa’iinsa ummataa dhiyaaterratti murtoo dabarse Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) –Boordiin Filannoo Ityoophiyaa gaaffii gurmaa’iinsa ummataa Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii dhiyeessanirratti murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Diinagdee biyyattii hirkattummaa jalaa baasuuf hojiileen xiyyeeffannoo barbaadan jiru jedhame Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014(FBC)- Diinagdee biyyattii hirkattummaa biyyoota alaa jalaa baasuuf hojii mootummaan hojjechaa jiru jajjabeessaa ta’us hojiileen xiyyeeffannoo barbaadan jiraachuu…
Idil Addunyaa Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Yuukreeniif deeggarsa taasiisuufi jedhame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Waraana Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf ta’uu beeksiifte. Waraanni Yuukreenii fi Raashiyaa erga eegalee…
Oduu biyya keessaa Qormaata ce’umsaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumuramaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Qormaata Biyyaalessaa 12ffaa kennuuf qophiin guutumaa guutuutti xumuramaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaatilee biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Yuuniseef Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 5.1 akka taasisu ibse Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014(FBC)- Yuuniseef lammiilee Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 5.1 kan taasisu ta’uu ibse. Ministirri Ministeera Dhimma…
Biiznasii Bunni Dhama addaa Ityoophiyaa Kg 1 Birrii Kuma 47 fi 236tti gurgurame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dorgommii Dhandhama addaa yeroo 3ffaaf gaggeeffameen Bunni Dhama addaa Ityoophiyaa injifateera. Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Baaleetti pirojektiiwwan jallisii Birrii miiliyoona 250 ijaaraman tajaajilaaf qophaa’an Debela Tadesse Aug 23, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti pirojektiiwwan jallisii ammayyaa 15 hojjetamaa jiran keessaa pirojektiiwwan saddeet Birrii miiliyoona 250 oliin hojjatamanii xumuraman…
Oduu biyya keessaa Baankichi hidhichaaf Birri biiliyoona 149.8 dhiyeessuu beeksise Debela Tadesse Aug 23, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf dhiyeessii faayinaansii Birrii biiliyoona 149.8 dhiyeessuu beeksiseera. Sagantaan…
Fayyaa Bara 2014 bittaa meeshaalee wal’aansaaf Birrii biiliyoonni 42 ol baasii ta’eera Debela Tadesse Aug 23, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Bara 2014 baasii Birri ibiiliyoona 42 oliin qorichootaa fi meeshaalee tajaajila wal’aansaa tajaajila fayyaa hawaasaaf oolan dhiyaachu Bulchaan Baankii…