Ambaasaaddar Muktaar xaalayaa muudama isaanii Siiriil Raamaafoosaaf laatan
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Muktaar Kadir xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Siiriil Raamaafoosaaf laataniiru.
Afrikaa Kibbaatti Ambaassaaddara…