Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Yaa’iin Dhaaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee Waliigalaa 14ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’icharratti Pirezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee…