Ispoortii Liivar Puul 3 – 1 Maanchiisteer Siitii Sifen Megersa Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Liveerpuuliin Waancaa Komuuniitii Shiildii Ingilaand injifate. Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti galgala…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa bara 2014 liqii Birrii biiliyoona 10.8 kennuu ibse Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Bara baajataa xumurame 2014 liqii Birrii biiliyoona10.8 kennuu Baankiin misoomaa Ityoophiyaa beeksise. Pireezidaantiin Baankichaa Dooktar Yohaannis…
Oduu biyya keessaa Sirni badhaasa ‘Gadisa Award’ geggeeffameen barreessitoonni gameeyyiin badhaafaman Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Sirni badhaasicha, Badhaasa Gaaddisaa (Gadisa Award) kan Waldaa Barreessitoota Oromiyaan qophaa’e guyyaa har'aa Finfinnee Hoteela Intarnaashinaalii…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’ina naannoo ilaalchisee murteewwan manneen maree godinaalee fi aanaalee addaa dabarsan… Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Tibbana gurmaa’ina naannoo ta'uu ilaalchisee murteewwan manneen maree godinaalee fi aanaalee addaatiin darbe Mootummaan Naannoo Kibbaa “murtee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan seenaa Islaamummaa keessatti bakki qabdu addunyaaf sirnaan beeksisamuu akka qabu ibsame Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan seenaa Islaamummaa keessatti bakki qabdu sirnaan beeksisuun diyaaspooraawwan maqaa gaarii Ityoophiyaa ijaaruu akka qaban Deetaan Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannichaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6.7 ol raggaasise Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6 fi miiliyoona 710 fi 502 raggaasiseera. Hogganaan Biiroo Maallaqaa fi…
Oduu biyya keessaa Korechi daddabarsa maallaqaa fi meeshaalee biroo konkolaattota deeggarsa fe’aniin gaggeeffamu… Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa konkolaattota deeggarsa namoomaa fe’an keessa dhokfamee daddabarsa maallaqaa fi meeshaalee biroo gaggeeffamu…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaan dammaqina dinagdee tuuriizimii fi indaastiriin argisisaa jirtu hawaasnis akka tumsu… Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Dirree Dawaan dammaqina dinagdee tuuriizimii fi indaastiriin argisisaa jirtu cimee akka itti fufuf hawaasnis tumsu akka qabu Sadarkaa Ministiraatti Itti…
Oduu biyya keessaa Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u-Hordoftoota Amantii Adiveentistii Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Dhalli namaa galataaf sababa dhabuu hindanda’u jechuun hordoftoonni Amantii Guyyaa 7ffaa (Adiveentistii) himan. Manni Amantaa Adiveentistii…
Oduu biyya keessaa Utubaalee badhaadhinaa dhugomsuuf beekumsi meeshaa ijoodha-Dooktar Alamuu Simee Debela Tadesse Jul 30, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Utubaalee badhaadhinaa keenya dhugoomsuuf barnoonnii fi beekumsi meeshaalee murteessoo ta’uu, Sadarkaa Ministiraatti Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa fi…