Saganataan misooma qamadii biyyaalessa Ityoophiyaa, galma wabii nyaataan of danda’uu milkeessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hojiirra oolchaa kan jirtu sagantaan misooma qamadii biyyaalessaa, galma wabii nyaataan of danda’uu qabame milkeesuuf imaammata fi…