Naannoo Amaaraatti Manneen Barnootaa sababa walitti bu’iinsaan barbadaa’an hojiin deebisanii…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti Manneen Barnootaa kuma 1 ol sababa walitti bu’iinsaa barbadaa'an hojiin deebisanii ijaaruu har’a magaalaa Dasseetti…