Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46.3 ol akka ta’u murteesse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 16 ol akka ta’u murteessuun Mana…