Uummanni Oromoo qabsoo siyaasaa gaggeessaa tureen injifannoo gonfateera- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Uummanni Oromoo qabsoo siyaasaa gaggeessaa tureen injifannoo gonfateera jedhan Ittaanaan Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin.…