Ayyaanichi nageenyaan akka xumuramuuf qophii gahaa taasisuu Poolisiin Federaalaa beeksise
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa rakkoo nageenyaa tokko malee guutuu biyyattiitti nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa biroo waliin qindoominaan qophii gahaa…