Oduu biyya keessaa Oromoon mirga of ta’uu gonfateera- obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Oromoon mirga of ta'uu gonfachuu Preeezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Oromoon hiree waa murteessuu argate…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi… Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa gaafataniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaa Jarman waliin waliigalteen deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 32 ol mallatteeffamuu ibsame Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Mootummaa Jarman waliin waliigalteen deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 32 ol mallatteeffamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Kuubaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufuuf fedhii qabaachuu ibsite Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Roodireegeez…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Kontiraata Awutoobisoota deeggarsaa Shaggar baatii jahaaf dheerate Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee waliigaltee Kontiraata Awutoobisoota deeggarsaa Shaggar dabalataan baatii jahaaf dheeresse.…
Fayyaa Ameerikaan talaallii dhibee Maariyyee Jaldeessaa kennuu eegaluuf ta’uu ibsite Sifen Megersa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ameerikaan lammiileen biyyattii 300 olta’an vaayirasii Maariyyee Jaldeessan qabamuu hordofee talaallii dhibichaa laachuu eegaluuf ta’uu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Baahireen irra deebiin eegaluufi Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Baahireenitti taasisu addaan cite ture xumura torban kanaatti irra deebiin eegaluuf ta’uu ibsame. Itti…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 eegala- BBO Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Qophiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2014 xumuramuusaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiru Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera. Yaa’icharratti Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru. Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…