Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Duulli talaallii vaayirasii koronaa marsaa 3ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinee beeksise.
Sirni…