MM Abiy Ahimad Waarshaa Daabboo naannoo Sidaamaatti ijaarramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Waarshaa Daabboo naannoo Sidaamaatti ijaarramaa jiru daawwataniiru.…