Hariiroo Ejensii Tumsa Misooma Idil-addunyaa Ityoophiyaa fi Chaayinaa gidduu jiru cimsuuf mariin…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Toogaan itti aanaan daayrektarri qajeelcha dhimmoota naannawaa Ejansii Tumsa Misooma Idil-addunyaa…