Idil Addunyaa Yaa’iin ariifachiisaa Gamtaa Afriikaa har’a eegala Ayana Dheressa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) Gamtaan Afriikaa yaa’ii ariifachiisaa isaa har’arraa eegalee Ikkuwaatooriyaal Giinii Maalaabootti taa’a. Walga’iin Caamsaa 17-20, gaggeeffamu kun…
Idil Addunyaa Magaalaa Teeksaasitti shakkamaan umrii waggaa 18 dhukaasa baneen daa’imman 19 fi ga’eessota 2… Ayana Dheressa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Ameerikaa magaalaa Teeksaasitti shakkamaan umrii waggaa 18 dhukaasa baneen daa’imman 19 fi ga’eessota 2 ajjeesuu gabaafameera. Shakkamichi dhukaasa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldala Ityoophiyaa Bittaa Xaa’oo Biyyoof Birrii biiliyoona 50 baasii taasiise Sifen Megersa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa Bittaa Xaa’oo Biyyoo bara oomishaa 2014/15f Birrii biiliyoona 50 baasii taasiisuu beeksiise. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Oromoon Aadaa, Seenaasaa fi eenyummaasaa guddifachuuf yeroon qaama biraa gaafatu darbeera- Obbo… Ayana Dheressa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) - Uummanni Oromoo aadaa fi duudhaasaa ganamatti deebi'uun tokkomee jijjiiramaaf hojjechuuf yeroon qaama biraa gaafatu darbeera jedhan Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti adeemsa oppireeshinii nageenyaa ilaalchisee gamaaggamani gaggeeffamaa jiraachuu… Ayana Dheressa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti adeemsa oppireeshinii nageenyaa ilaalchisee gamaaggamani gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Gaamaaggamicharratti Itaamaajoor Shuumii…
Teeknooloojii Hojiin kalaqaa barataan kutaa 8ffaa hojjete jiraattota gandaa fayyadamoo humna ifaa taasiise Sifen Megersa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Waacillee Ganda Weebiitti barataan Kutaa 8ffaa tokko humna ibsaa maddisiisuu kalaquun ganda keessa jiraatu dukkanaarraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Waajjira Paartii Badhaadhinaa Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sosochii… Ayana Dheressa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC)- Jilli Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa p[reezdaantii naannichaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sosochii invastimantii fi bu’uuraalee…
Fayyaa Hospitaalota filataman 36tti hojmaanni rakkoolee furan haaraan hojiirraa ooluufi Sifen Megersa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti Hospitaalota 36tti hojmaata rakkoolee furan haaraan hojiirra ooluuf ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jalqabsiisa sosochii Buusaa Gonofaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti gaggeefamaa jira Sifen Megersa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa sosochii Buusaa Gonofaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti bakka Preezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Nageenya magaalaa Dassee fi naannawaa ishee tiksuuf hawaasni sochii lootee seentotaa si’oominaan… Sifen Megersa May 25, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Nageenya magaalaa Dassee fi naannawaa ishee mirkaneessuuf hawaasni naannoo isaa si’oominaa fi tokkummaan eeggachuu akka qabu dursaa Itti Aanaa…