Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoorti magaaloota godina Jimmaa eegale Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoorti magaaloota godina Jimmaa guyyoota 15f ture eegalameera. Shaampiyoonaan kana irratti magaaloonni godinichaa 31 kan irratti…
Ispoortii Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer Liigii Itoophiyaatti ol… Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer liigii Itoophiyaatti ol guddateera. Miseensota garichaa hirmaannaa Priimayeer…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii proojektoota misoomaa… Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoo fi Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Nannoo Hararii proojektoota misoomaa adda addaa daawwataniiru. Hoggantoonni kunneen leenjii…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon hojiilee Riifoormii Ministeera… Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon hojiilee Riifoormii Ministeera Albuudaa fi Gaalaarii Albuudaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Afoolota biyyattii keessatti argamu dhaloota dhufuuf dabarsuu qabna – Obbo Qajeelaa Mardaasaa Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Afoolota biyyattii keessatti argamu waliigaltee biyyaaleessaaf itti fayyadamuu fi dhaloota dhufutti dabarsuu qabna jedhan, Ministirri Ministeera Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti guyyaa tokkotti boolli dhaabbii biqiltuu kumni dhibbi 1 ol qophaa’e Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2014f guyyaa tokkotti boolli biqiltuu kumni dhibba 1 ol qophaa'uu ibsameera. Jilli Itti…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti Yaa’iin Abboottii Seeraa 4ffaa fi Eebbi Riifoormii Teeknooloojii Mana Murtii… Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Manni Murtii Olaannaa godinichaa bakka Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa obbo Gazaalii Abbaa Simalii fi Preezdaantiin…
Idil Addunyaa Raashiyaan Ameerikaanoonni 963 fi lammiileen Kaanaadaa 26 gara biyya ishee akka hin seenne dhorkite Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Raashiyaan Ameerikaanoonni 963 fi lammiileen Kaanaadaa 26 gara biyya ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra keesse. Preezdaantiin Ameerikaa Joo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina maatii mirkaneessuuf qorannoowwaan haaraa garaagaraa qoratee… Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina sadarkaa maatii mirkaneessuuf qorannoowwaan haaraa garaagaraa qoratee hojjetaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa…
Oduu biyya keessaa Balaan Ibiddaa kutaa magaalaa Addis Katamaatti mudatee ture to’atame Sifen Megersa May 22, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa iddoo addaa 'Minaallesh Taraa' jedhamutti ganama har'aa naannoo sa'aatii 4:00tti Balaan Ibiddaa mudatee…