Agarsiifnii fi dorgommiin teeknooloojii magaalaa Adaamaatti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Agarsiisaa fi dorgommii teeknooloojii koolleeojjii poolii teeknikaa magaalaa Adaamaatti…