Ispoortii Ityoophiyaa 0 – 1 Naayijeeriyaa Sifen Megersa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan injifatameera. Tapha gulaallii waancaa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas itti fufiinsa biyyaa mirkaneessuuf furmaanni olaantummaa… Sifen Megersa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee akkasumas biyya itti fufsiisuuf furmaanni olaantummaa seeraa mirkeessuu qofa ta'uu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Himatamtoonni lubbuun lammiilee nagaa 76 haala suukanneessaan akka darbu taasiisaan hidhaa cimaa… Obse Wakgari May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuz godina Matakkal aanaalee Maandhuraa, Daanguurii fi Paawwiitti himatamtoonni lubbuun lammiilee nagaa 76 haala suukanneessaan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Guyyaa har’aa balalli yeroo 3ffaan gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota kanneen…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa Ashaboon nyaataa Roomii fi oomishaaleen dammaa Seenhoon mirkaneessa ga’umsa… Obse Wakgari May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To'annoo Eegumsa Fayyaa Nyaataa fi Qorichaa magaalaa Finfinnee Ashaboon nyaataa Roomii fi oomishaaleen dammaa Seenhoon…
Oduu biyya keessaa Godina Walloo Kibbaatti rasaasni kumni 3 fi 600 ol seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame Ayana Dheressa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Wagidiitti rasaasni kumni 3 fi 664 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsameera. Caamsaa 12, 2014 ganama keessaa…
Ispoortii Taphattoota Garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa 28f waamichi taasiifame Sifen Megersa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Maalaawwii fi Ijipti waliin taphatamuuf taphattoota Garee Kubbaa Miilaa Dhiiraa biyyaalessa Ityoophiyaa 28f…
Oduu biyya keessaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti gamoowwan manneen jireenyaa doolaara miiliyoona 10… Obse Wakgari May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti gamoowwan manneen jireenyaa doolaara miiliyoona 10 ijaarraman eebbifamaniiru. Gamoowwan kunneen hojjettoota…
Oduu biyya keessaa Bu’uurri cimina magaalaa Finfinnee amanataalee fi eenyummaa sabdaneessummaa ta’uusaan qindoominaan… Ayana Dheressa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Bu’uurri cimina magaalaa Finfinnee amanataalee fi eenyummaa sabdaneessummaa ta’uu isaan qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Kantiibaan magaalaa …
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan labsii kunuunsa fi wabii qabeenya beeyladaa Afrikaa akka ragga’u qooda baateef… Sifen Megersa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 5ffaan wixineen labsii eeggumsaa fi kunuunsa Beeyladootaa Afrikaa mirkaneessu akka…