Namoonni ergama badii Alshabaab fudhachuun Ityoophiyaatti bobbaafaman 6 to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Namoonni ergama badii Alshabaab fudhachuun Ityoophiyaatti bobbaafaman 6 magaalaa Finfinnee fi Oromiyaatti to'annoo jala ooluu Tajaajilli Odeeffannoo fi…