Godina Jimmaatti guyyaa har’aa dargaggootaaf tiraaktaroonni 27 laataman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti bara kana fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojii hojjetamaa tureen tiraaktaroonni qonnaa 42 dargaggootaaf dhiyaachuu Itti Gaafamaa…