Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu Ayana Dheressa Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa har'aan taphoonni 4 ni taphatamu. Har'a galgala sa'aatii 12:00 irratti ramaddii 4ffaarraa Tuuniiziyaan Faransaay waliin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayiitti deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 raabsamuu… Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Lammiilee Naannoo Tigraayi rakkoo keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 akkasumas, qorichoonni…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 37 ol deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 37.6 ol deeggarsa taasiiseera. Af Yaa’iin Mana marichaa Obbo Taaggasee…
Ispoortii Seeneegaal Biyya Afrikaa tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf ga’uu mirkaneeffatte… Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Seeneegaalii fi Neezarlaandi tapha moo’anii darbuuf ga’uu mirkaneeffatan. Taphni Waancaa Addunyaa har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan muxxannoo Yaa’ii idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuu cimsitee itti fufte… Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan akkuma kanaan duraa muxxannoo Yaa’ii idil-addunyaa milkaa'inaan keessummeessuu cimsitee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ballaxaa Mollaan itti aanaa barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin… Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan itti aanaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti hojii Maaddii Guutuu Haadholii Warraan hojjetaman daawwatan Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Muuummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti hojii Maaddii Guutuu Haadholii Warraan hojjetaman daawwataniiru. Muuummeen Ministiraa FDRI…
Fayyaa Hospitaala Xurunash Beejiingiif deeggarsa meeshaalee wal’aansaa taasisuuf waliigalteen… Ayana Dheressa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Hospitaala Xurunash Beejiingiif deeggarsa galtee meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 8.3 taasisuuf waliigalteen mallatteeffame. Ministirri…
Biiznasii Raawwii sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atame Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaa caalmaatti haala bu’aa qabeessa taasiisuun danda’amurratti Ministeera Qonnaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Walga’ii IGAD 48ffaarratti hirmaachuuf Sudaan Kaartum galan Sifen Megersa Nov 29, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin walga’ii Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 48ffaarratti…