Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Kilaboota Oromiyaa marsaa 11ffaan har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Shaampiyoonaa kanaan kilaboota Oromiyaa 18 irra…