Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphni Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti taphatamu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har'a galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee taphni Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti…