Oduu biyya keessaa Konkolaattonni koomishinichaa deeggarsa fe’an Maqalee ga’an Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Konkolaattonni Koomishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa fe’an Maqalee ga’uu dhaabbatichi beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Dhangaalee misoomaa” gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Maaddii Madaallawaa” gaggeeffameera. Saganticharratti Ministira Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii adda cituu Biiroon Misooma…
Oduu biyya keessaa Koomishiniin marii biyyaalessaa nageenya waaraaf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jira Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Koomishinii Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa nageenya waaraa mirkaneessuuf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jiraachuun ibsame. Kaayyoo koomishinichi…
Ispoortii Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu. Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad miseensota mana marichaa…
Oduu biyya keessaa Sadaasa 12 sababeeffachuun duulli qulqullinaa Finfinneetti gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Sadaasa 12 sababeeffachuun duulli qulqullinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame. Aarsaa Sadaasa 12 sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti guyyaa har’aa…
Ispoortii Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera. Taphataan Feenarbaachee…
Idil Addunyaa Biyyoota guddachaa jiran jijjiirama qilleensaan miidhamaniif beenyaa kaffaluuf fandiin addaa… Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Yaa'iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii faalama qilleensaa biyyoota Badhadhanirraa gadi lakkifamuun miidhaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Hannaa fi waliin dhahiinsa lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee itti fufa –… Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Hannaa fi waliin dhahiinsa qabeenya lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee kan itti fufu ta'uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…