Naannoo Harariitti sagantaan hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin sagantaa hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeessan.
Sagantichi oomisha gahaa oomishuun wabii midhaan…