Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurameera.
Ispoortiin walooma ummatootaa…