Ispoortii Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifate Ayana Dheressa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 6ffaan Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifateera. Taphni Arsenaal fi Niwukaastil Yuunaayitid galgala…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qulqullina barnootaa mirkaneessuuf qooda fudhattoota hirmaachisuun hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qulqullina barnootaa mirkaneessuuf qooda fudhattoota hirmaachisuun hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Naannichaa…
Oduu biyya keessaa Waldichi hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Waldaan Qorannoo Oromoo hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaarra darbee diinagdee biyyoota ollaa keessatti qooda olaanaa… Ayana Dheressa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaarra darbee diinagdee biyyoota ollaa guddisuu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan hayyoonni. Yuuniivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa mul’atan furuuf hojjetaa jira – Dooktar Fitsuum… Sifen Megersa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa sadarkaa hundatti mul’atan furuuf hojjetaa jira jedhan Ministirri Ministeera Pilaanii fi Dooktar Fitsuum…
Oduu biyya keessaa Irreecha haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra – Abbootii Gadaa Sifen Megersa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Irreecha akkaataa duudhaa aadaa eegeen haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra jedhan Abbootiin Gadaa. Irreechi baranaa mata duree ‘Irreechaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala tokkoo Masoob Tajaajila lammiileef kannemu ni fooyyessa – obbo Araggaa… Sifen Megersa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahiirdaaritti hojii eegaleera. Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Teeknooloojii Naannichatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob hojii eegale Sifen Megersa Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahirdaaritti hojii eegaleera. Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama Tsehay Guluma Sep 28, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama. Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee…
Teeknooloojii Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ Yuunivarsitii Ambootti baname Tsehay Guluma Sep 27, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ jedhamu Yuunivarsiitii Ambootti guyyaa har’aa baname. Itiyoophiyaatti kan…