Ispoortii Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera. Taphatichi tapha…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti hojii eegale Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Komiishinarri Jeneraalaa Komiishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el Poolisiin Eegumsa Galaanarraa fi Daangaawwan isaa Hara Nigaat irratti…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa cichoominaa fi hafuura waltumsaan kan dhaabbate seenaa dhugaa uummattoota… Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriira deggersaa fi gammachuu ibsannaa naannoo Sidaamaatti geggeeffame ilaalchisee Ministirri Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa sablammii Gaamoo ‘ Yoo Masqalaan’ magaalaa Aarbaa Minicitti kabajamaa jira. Ayyaanichi ayyaana jijjiirraa baraa qofa osoo hin…
Ispoortii Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa wanta hin danda’amu jedhame hojjetanii xumuruun akka danda’amu kan agarsiiseedha-… Ayana Dheressa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) – Hidhi Haaromsaa wanta hin danda’amu jedhame hojjetanii xumuruun akka danda’amu kan agarsiiseedha jedhan Pirezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Masqalaa fi Agaammee naannoo Tigraayitti Sifen Megersa Sep 23, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018(FMC) – Ayyaanota bifa aadaa fi amantii eeggataniin kabajaman keessaa ayyaanni Masqalaa isa tokko. Ayyaanichi guutummaa biyyattiitti kan kabajamu ta’us,…
Oduu biyya keessaa Namoonni sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Sep 22, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni 2 sanadoota sobaa mana jireenyaa keessatti qopheessuun shakkaman to'ataman jedhe Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Finfinnee.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Taayyeen durfamu Yaa’ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomaniirratti… Sifen Megersa Sep 22, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa'ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaacjaa jira. Yaa'iin waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Chaayinaatti… Ayana Dheressa Sep 22, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Chaayinaatti daawwannaa hojii gaggeessaa jira. Sagantaan…