Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa Mulugeetaa Kabbaddaan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi Kilaba Qiddus Giyoorgiis Mulugeetaa Kabbadaan addunyaa kanarraa boqote.…