Oduu biyya keessaa Labsiin hoggansa sodaa balaa ragga’e Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) – Labsiin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa meeshaa filatamaa ilaacha gargaaramtummaa irraa ce’uun olaantummaa biyyaa guutuu mirkaneessuuf gargaaruudha…
Fayyaa Rakkoolee xiinsammuu fi fayyaa wayita dargaggummaa dhufan hir’isuun ni danda’amaa? Yonatan Birhanu Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) - Dhalli namaa sadarkaalee guddinaa fi dagaaginaa addaa addaa keessa akka darbu saayinsiiwwan xiinsammuu, hawaasummaa fi qorannoo lubbuqabeeyyii ni mul’su.…
Oduu biyya keessaa Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )-Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Giincitti Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 46’n ijaaramu eegale. Manni barumsichaa deeggarsa Dhaabbata Miti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Islooveeniyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippaablika Islooveeniyaa Naataash Piirik waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Uncategorized Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa( Iid Al Adahaa) 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Duudhaaleen lama…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf taasistu Ameerikaan ni deeggarti- Ambaasaaddar… Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa karaa nagaafi dippiloomaasiin argachuuf taasistu mootummaan Ameerikaa ni deeggara jedhan Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa’an Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Naataash Piirs daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC)- Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee 47ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse. Jalqabarra manni marichaa kan mari’ate Wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa hunda cichoominaan ce’uun biyya jabduu ijaaraa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Seenessa waloo hunda hammatuu fi hojiilee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…