Oduu biyya keessaa Yaa’iin Saayinsii IGAD 4ffaan taa’amaa jira Yonatan Birhanu May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Yaa’iin 4ffaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) godaansa, buqqaatii fi magaalummaa irratti qopheesse magaalaa Finfinneetti geggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan bu’aan qabatamaan galmaa’uun ibsame Tsehay Guluma May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Godina Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggottan darban gaggeeffameen bu’aan qabatamaan argamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jirti- Aadde Caaltuu… Ayana Dheressa May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee biyya keessa furmaata biyya keessaan furuuf sochiin eegalame cimee itti fufa -Obbo Adam… Tsehay Guluma May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Rakkoolee biyya keessa furmaata man-dhaleen furuuf sochiin eegalame cimee kan itti fufuu ta’u Sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan…
Idil Addunyaa Joo Baayidan dhibee Kaansariin qabamuun dhagahame Ayana Dheressa May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Joo Baayidan dhibee kaansariin qabamuu waajjirri isaanii beeksiseera. Joo Baayidan dhibee kaansarii "Pirooteesti"…
Oduu biyya keessaa Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa, humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’atedha jedhame Yonatan Birhanu May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa 2025 humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’ate ta’uun ibsameera. Caamsaa 8, 2017 irraa eegalee Giddugala…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Niwuukaasiil Sifen Megersa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Niwuukaasiil injifateera. Kana hordofee Arsenaal…
Ispoortii Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa injifate Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaan Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa galchii 2-0’n injifateera. Tapha Istaadiyaamii Yuuniivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 naannoo “Baggoonnet Lakk. 3” jedhamuun mogga’etti ijaarame…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan salgan darban lammiileen miiliyoonni 9 ol Finfinnee daawwachuun ibsame Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannoo mootummaan damee tuurizimiif kenneen waggoota muraasa keessatti jijjiiramni hedduun galmaa’uu Biiroon Aadaa, Ogummaafi Tuurizimii Magaalaa…