Sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa, sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa hawaasummaafi diinagdee dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba…