Idil Addunyaa Hindiifi Paakistaan dhukaasa dhaabuuf waliigalan Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Hindiifi Paakistaan waliigaltee dhukaasa dhaaburra gahuu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi ibsan. Doonaald Tiraampi ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Kitaabni seenaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa “Ye Mi’iraab Jenber” jedhu eebbifame Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) - Kitaabni seenaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa “Ye Mi’iraab Jenber” jedhu eebbifameera. Kitaabichi aarsaa Ajajni Lixaa bara 1970- 2017'tti daangaafi …
Oduu biyya keessaa Dorgommiin Ogummaa sadarkaa biyyaalessaa 4ffaan xumurame Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC)- Dorgommiin Ogummaa kan Biyyaalessaa marsaa 4ffaan mata duree “Sammuuwwan Ifaa, Lammiilee Ogummaan ga’ooman” jedhuun geggeffamaa ture xumurameera.…
Uncategorized Birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun ibsame Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Hojii ittisa malaamaltummaa ariifataan qabeenya uummataa fi moorummaa birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun akka danda'ame Komiishiniin…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa hojiiwwan nageenyaa fi misooma biyyaa keessatti gahee leencaa bahachuun ibsame Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) –Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hundeeffamni waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti taa’ameera. Marii Paanaalii kanaan Raayyaa Ittisa…
Ispoortii Taphoonni hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif murteessoo ta’an har’a ni taphatamu Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) – Tapha Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 36ffaan, dorgommiiwwan hirmaannaa shaampiyansi Liigii bara dhufuuf murteessoo ta’an har’a ni taphatamu.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa kabajamaa jira Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti sagantaa adda addaan kabajamaa jira. Ayyaana kana irratti hirmaachuufis…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti ga’ee isaanii ciminaan akka… Yonatan Birhanu May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti hojii hojjechaa jiran cimsanii akka itti fufan dhaamameera. Mareen Paanaalii Nageenya…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Foyya’iinsa Siviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Foyya’iinsa Siiviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin duraa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Siviil Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’iinsi gandaa haaraan nageenyii fi misoomni akka fooyya’uuf bu’uura ta’eera jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Godina Shawaa Bahaatti gurmaa’iinsi gandaa haaraan haalli nageenyaa akka fooyya’uu, hirmaannaa fi fayyadamummaan uummatni dinagdee keessatti qabu akka…