Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa galmeewwan kuma 100 fi kuma 90 oliif furmaata kenne
Finfinnee, Hagayya 2, 2017(FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa bara baajataa 2017’tti galmeewwan kuma 100 fi kuma 90 fi 347’f furmaata kenne jedhe.
Manni murtichaa bilisummaa,…