Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Islooveeniyaa daawwii isaanii Itiyoophiyaa xumuran Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 29, 2017 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabiliika Islooveeniyaa Naataashaa Piriik Musaar daawwannaa isaanii hojii Itiyoophiyaa xumuruun biyya isaanitti deebi’an.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Id Al Adhaa1446ffaan magaalota garagaraattii kabajame Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2017( FMC) - Ayyaanni Arafaa/ Iid Al Adhaa 1446ffaan magaalota Hawaasaa, Shaashamanneetti fi Daseetti kabajameera. Ayyana magaalaa Hawaasaatti kabajame irratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Arafaa waggaa 1446ffaan magaalota Hararii fi Maayaatti kabajame Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ayyaanni Arafaa ykn Iid Al Adhaa waggaa 1446ffaan sirnoota garagaraan magaalota Harari fi Maayaattii kabajameera. Hordoftoonni amantichaa magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Arafaa magaalota Aggaaroo fi Samaraatti kabajamee jira Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) - Ayyaanni Iid Al Adhaa ykn Arafaa 1446ffaan sirnoota amantaa garaagraan magaalaa Aggaarootti kabajamaa jira. Hordoftoonni amntichaa bariidhaan ayyanicha…
Oduu biyya keessaa Bu’a qabeessummaan fooyya’iinsa dinagdee Gooroo biyyoota alaa dabalatee ragaa… Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fooyya'iinsi dinagdee Gooroo Itoophiyaan beekumsaa fi ogummaa hojiirra oolchite bu'a qabeessa ta'uu isaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Daballiin gatii Itiyoophiyaa keessatti yeroo 20 oliif walittifufiinsaan guddataa dhufeera –… Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaa keessatti daballiin gatigatiui walittifufiinsaan yeroo 20 oliif guddachaa dhufeera jedhan.…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jun 6, 2025 0 Ayyaanni Arafaa kabajamaa jira Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) -;Ayyaanni Arafaa 1446ffaan kabajamaa jira. Ayyanichi hordoftoota amantii Islaamaatiin guutummaa biyyaatti sirna adda…
Oduu biyya keessaa Misooma naannawichaa guddisuuf walta’iinsaan hojjechuun barbaachiisadha- Obbo Ahimad Shidee Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Piroojektiin misoomaa Baha Afrikaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa bu’uuraalee misoomaan wal qunnamsisu ifoomeera. Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Islooveeniyaa damee qonnaan deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa-… Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirik Musaar Magaalaa Finfinneetti bakka horsiisa kannisaa ammayyaa eebbisuun bananiiru. Itiyoophiyaa galmoota…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf gahee isaanii bahachuu qabu Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC)- Miidiyaaleen Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluuf gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshinii obbo Admaasuu…