Magaalaa Asallaatti rakkoo Kenna tajaajila geejjibaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )–Ejensiin Geejjiba Bulchiinsa magaalaa Asallaa rakkoo kenniinsa tajaajila geejjibaa furuuf hojjechaan jira jedhe.
Bulchinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii…