Biiznasii Warshichi Dhagaa cilee Toonii kuma 38 ol dhiquun gurgure Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Misooma Albuudaa ET Warshaan Dhiqaa fi Qindeessaa dhagaa Cilee, Dhagaa Toonii kuma 38 dhiquun gurguruu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti hojiileen qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaan bu’aa gaarii argamsiisaa jiru –… Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti bara 2017 qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii gaariin hojjetamuu Waajjirri Barnootaa magaalichaa ibseera. Bara…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan namoomaarratti xiyyeeffatee hojjeta -Obbo Mohaammad Jundaa Tsehay Guluma May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaan Oromiyaa aadaa oromoo keessa ture saayiinsii ammayyaan walsimsee namoomaarratti hojjechuuf xiyyeeffate socho’aa jiraachuun ibsame.…
Fayyaa Faayidaa Paappayyaa Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Paappayyaan muduraa fi kuduraa keessaa tokko ta'ee kan Vaayitaminoota garagaraa kan akka Vitaayitamina C,A fi Albuudota garagaraan badhaadheedha.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan qabeenya bishaaniifi inarjii qabdu haala yeroon barbaaduun faayidaarra oolchuuf… Ayana Dheressa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan qabeenya bishaaniifi inarjii haala yeroon barbaaduun faayidaarra oolchuuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti Pirojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaraman xumuraman Ayana Dheressa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Godina Arsiitti Pirojektoonni misoomaa garaagaraa Birrii biiliyoona 5 fi miiliyoona 800 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan Ayana Dheressa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meeloonii waliin Room Paalaazoo Chiigiitti mari’atan. Mariin…
Ispoortii Liiverpuul deeggartoota waliin injifannoo isaa kabajaa jira Ayana Dheressa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Liiverpuul injifannoo Piriimeer Liigii bara 2024/25 deeggartoota isaa waliin kabajaa jira. Daandiwwanirra naanna'uu waancaa Piriimeer Liigii yeroo…
Fayyaa Oromiyaatti daa’imman miiliyoona 7 ol talaallii dhibee gifiraa fudhatan Ayana Dheressa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti daa’imman miiliyoonni 7 fi kumni 300 fi kumni 36 ol talaallii dhibee gifiraa fudhachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Caamsaa 6,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan fayyadamummaa qonnaan bultootaafi horsiisee bultootaa guddisuuf Inisheetivoota bocuun… Tsehay Guluma May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa fayyadamummaa qonnaan bultootaa fi horsiisee bultootaa mirkaneessuuf inisheetivoota misoomaa garaagaraa bocuun…