Oduu biyya keessaa Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture eebbifame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Godaambaan Biyyaalessaa Itiyoophiyaa haaroomfamaa ture xumuramuun eebbifameera. Daayirektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Hambaalee…
Ispoortii Galchiiwwan 173 lakkoofsisee kubbaawwan galchii ta’an 101 mijeessee waancaa tokko qofa kan milkeesse… Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Jifataan Tootenhaam lammiin Kooriyaa Kibbaa San Hiwuung Miin boqonnaa jireenya isaa kubbaa miilaa keessaa isa baay'ee jabaa ta’e milkeesseera.…
Oduu biyya keessaa Aannan Liitirri biiliyoonni 8.9 oomishame Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – bara baajata 2017 hanga ammaatti aannan liitirri biiliyoonni 8 .9 oomishamuu Inistiitiyuutiin Misooma Beeyladaa Itiyoophiyaa ibse. Daayrektarri itti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan xiyyyeefannoo damee tuurizimiif kenneen hambaaleen haaraa fi iddoowwan seenaa misooman-… Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Mootummaan xiyyyeefannoo damee tuurizimiif kenneen hambaaleen haaraa fi iddoowwan seenaa misoomsuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti Kaafamtoota misoomaaf manni jireenyaa kenname Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa jiraatoota sababa misoomaaf qe'ee isaani irraa kaa’aniif manneen jireenyaa kenneera. Kaafamtoota misoomaa naannawaa Masaraa…
Oduu biyya keessaa Haaroomsi Aadaa waan qabnu guddisuun malee Safuu fi Duudhaa gatuu miti –Hayyoota Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Haaroomsi aadaa waan qabnu damee hundaan caalaatti guddisuuf malee safuu fi duudhaa ture gatuuf akka taane hayyoonni ibsan. Aadaa fi duudhaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloota Dippiloomaatii,mariisisaa fi saayintistii bishaanii ta’u horachuun barbaachisaadha… Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Dhaloota Dippiloomaatii,mariisisaa fi saayintistii bishaanii ta’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Dooktar…
Teeknooloojii Waliin gahiinsa eenyummeessaa Diijitaalaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaan hojii Afrikaaf fakkeenya ta’u… Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Waliin gahiinsa eenyummeessaa Diijitaalaa hammataa ta’e mirkaneessuuf Itiyoophiyaan hojii Afrikaaf fakkeenya ta’u hojjechuu qaamoleen Yaa’ii ‘ID 4 Africa’…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uutti gaabbaan waliigaltichi akka hin milkoofne… Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Waliigalteen Piriitooriyaa mallattaa’uu hordofee lubbuun lammiilee baraaramuutti qaamoleen gaabbaan waldhabdee uumuuf fedhii kan qabaniidha jedhan…
Ispoortii Tootenhaam Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e Sifen Megersa May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017 (FMC) - Tootenhaam Maanchiister Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara kanaa ta'eera. Tapha xumuraa Liigii Awurooppaa halkan kana…