Uummatni Oromoo obbolaa isaa uummata Sidaamaa waliin michooma jabaa qaba – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Ayidee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…