Dhaloota barnootafi teeknoolojiin dorgomaa ta’e qabachuun milkaa’ina egeree badhaadhina…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbisiisan.…