Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee ta'e Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannicha Ministeerri…