Oduu biyya keessaa Mariin Paanalii Baallii Gadaa Booranaa Gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Walharkaa Fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababbeeffachuun mariin Paanaalii Mooraa Yuunivarsiitii Booranaatti gaggeeffamaa jira. Marii…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni Itiyoophiyaa bilisummaa biyya isaaniif gumaacha olaanaa taasisaniiru – Pireezidaanti… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Dubartoonni Itiyoophiyaa bilisummaa fi guddina diingadee biyya isaaniif gumaacha olaanaa taasisuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamichi Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa eebbisaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa Koorsii Qaanyaw marsaa 70ffaaf eebbisiisaa jira. Itaamaajoorii Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 Dubartoota qofaan taasifame Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Eda halkaan 5:00 eegalee Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 guutumaan guutuutti Dubartoota qofaan taasifamuu Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’ataman… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Dubartoota Addunyaa 49ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa "March 8" akka Addunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaand taphoota torbee 28ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’a sa’aatii 9:30 eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni…
Oduu biyya keessaa Obbo Saadaat Nashaa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaaballoo daawwatan Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Obbo Saadaat Nashaa Godina Booranaatti ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii dubartootaan durfamu taasisuufi Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Guyyaa Dubartootaa Idil-Addunyaa sababeeffachuun har’a galgalarraa eegalee balalliiwwan dubartootaan durfaman 6 akka…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Luba Firaankiliin Giraam waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantiifi Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Waldaa Wangeelaa Biilii Giraam, Luba Firaankiliin…