Guyyaa Sabootaa, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa guyyaa boruu Oromiyaatti kabajamu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) - Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa Maraa 20ffaa akka naannoo Oromiyaatti guyyaa boruu Magaalaa Buleee Horaatti kabajamu…