Idil Addunyaa Raashiyaan yaalii talaallii Kansaarii eegaluuf Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017(FMC) - Raashiyaan walakkaa bara Faranjootaa eegalamee kanatti yaalii talaallii ittisa kaansarii akka geggeessitu beeksisteetti. Qorattoonni Raashiyaa waggoota…
Oduu biyya keessaa Manni Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti jalqabaa baname Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa, Mana Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e banuun eerame. Sirna baniinsa mana barnootichaarratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Afrikaarra biyyoota lakkoofsi tuuristootaa itti dabalee keessaa adda duree taate Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waggoottan ja’an darban Ardii Afrikaarraa biyyoota lakkoofsi tuuristootaa sadarkaa olaanaan itti dabalee keessaa adda duree ta’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Indaastiriiwwan faalama naannawaaf sababa kuma 1 fi 800 irratti tarkaanfii fudhatame Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Indaastiriiwwan oomishaa fi tajaajila kennan faalama naannawaaf sababa ta'an kuma 1 fi 800 ol irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa Eegumsa…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaan Oomishni Kuntaalli miiliyoona 500 ol argame-Ministeericha Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Qonna Gannaa bara oomishaa 2016/17’tiin hanga ammaatti oomishi qonnaa Kuntaalli miliyoonaa 500 fi miliyoonni 5 argamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministir…
Oduu biyya keessaa Galmoota Gamtaa Afrikaa milkeessuuf murtoowwan siyaasaa barbaachisa-Pireezidaanti Taayyee Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Galmoota Gamtaa Afrikaa milkeessuuf kutannoo siyaasaa waloo akka barbaachisu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan. Pireezidaanti Taayyeen…
Oduu biyya keessaa Aanaa Bachootti Shakkamtoonni Maallaqa Sobaan Bittaa raawwatan to’ataman Tsehay Guluma Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Bachootti shakkamtoonni maallaqa sobaan bittaa raawwataa turan to’annaa jala oolfamuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Biirichi Maashinarota Birrii miiliyoona 200 oliin bitaman Godinaaleef raabse Tsehay Guluma Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)–Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa Maashinarota Birrii miiliyoona 200 oliin bitaman Damee Godinaaleef qoodeera. Biiroon Daandiiwwanii fi…
Fayyaa Baatiiwwan Jahan darban Qorichaaleen Birrii biiliyoona 17 baasan raabsamuu ibsame Sifen Megersa Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC) – Baatiiwwan Jahan darban Qorichaaleen Birrii biiliyoona 17 baasan raabsamuu Tajaajilli Dhiyeessa Qorichaalee Itiyoophiyaa ibseera. Fooyyessi Diinagdee…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii waliigaltee liqii lama raggaasise Debela Tadesse Jan 27, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Walga’iin addaa 1ffaa bara hojii 4ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 6ffaa har’a gaggeeffameera. Manni Marichaa yaa’ii addaa gaggeesse kanaan…