Ameerikaan baqattoonni kamuu gara biyya ishee akka hin seenne yeroof dhorkite
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka hin imalle Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii yeroof dhorkuu beeksise.
Adeemsi dhimma baqattootaa ilaaluu hundi…