Karaalee daddarbiinsaa fi maloota ittisaa dhibee vaayirsaii Maarbargi
Finfinnee. Sadaasa 9, 2018(FMC) - Dhibeen vaayirasii Maarbargi (Marburg Virus Disease) dhibee dhiiga dhangalaasuu, qaama ho’isuu fi bifa weeraraan uumamu yoo ta’u, namaa fi beelladoota biroo…