Baankiin Biyyaalessaa fooyya’iinsi ‘IMF’ qooda biyyoota miseensaa irratti taasise akka ariifatu…
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny fooyya’iinsa qooda biyyoota miseensaa %50 Dhaabbanni Maallaqaa Idil-addunyaa taasise akka…