Komishinichi qooda fudhattoota Naannoo Tigraay waliin sagantaa ajandaa walitti qabuufi hirmaattota…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Komiishiniin Marii Biyyaalessaa qooda fudhattoota Naannoo Tigraay waliin sagantaa ajandaa walitti qabuufi hirmaattota adda baasuu gaggeessuu eegaleera.…