Dooktar Abiy Ahimad misooma qarqara lagaa Qacanee- Ambaasaaddar- Giyoon- Irreechaa- Baambiis…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa misooma qarqara lagaa Qacanee- Ambaasaaddar- Giyoon- Irreechaa- Baambiis eebbisiisaniiru.…