Oduu biyya keessaa Yaadama Ida’amuu fi Pirojektoota Gurguddoo Yonatan Birhanu Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC) -Dhimmoota ijaarsa fi guddina diinagdee biyyattiif gahee murteessaa qaban keessaa tokko ijaarsa pirojektoota gurguddoo (meeggaa) ti. Itiyoophiyaanis…
Ispoortii Maanchister Siitii 2- 1 Boornimaawuz Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Tapha torbee jalqabaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Boornimaawuziin galchii 2 fi 1 injifateera. Tapha biraan shaampiyoonaan liigii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tuurizimiin damee tumsa tarsiimawaa BRICS akka ta’uuf waamicha dhiyeessite Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan tuurizimiin damee tumsa tarsiimawaa BRICS akka ta’uuf waamicha dhiyeessite. Itiyoophiyaan walga’ii Ministiroota Tuurizimii fi Konfiraansii…
Oduu biyya keessaa Ulaa Galaanaa Guddina Diinagdee Naannawaaf… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Ulaan galaanaa diinagdee, daldalaa, nageenyaa fi hariiroo idil-addunyaa biyya tokkoof baay’ee murteessaadha. Abbummaa ykn mirga ulaa galaanaa…
Ispoortii Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatooniin riikardii haaraa galmeessise Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Atileet Yoomiif Kajeelchaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii Arjentiinaa Boonas Ayirasitti dorgomame injifateera. Atileet Yoomiif Qajeelchaa…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa eegsisuuf qophiidha- Eebbifamtoota Koomaandoo Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Dirqama biyyaa nutti kennamu milkaa’inaan bahachuun birmadummaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophiidha jedhan eebbifamtoonni Koomaandoo Giddugala Leenjii Ajaja…
Fayyaa Finfinnee Giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf…. Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Guyyaa har’aa Kompileeksii Meedikaalaa Niwu Laayif eebbisuun hojii eegalchiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Aadaa Siyaasaa Haaraa… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Ijoolleen Itiyoophiyaa kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti babba’an guyyoota 40’f walitti aansuun waltajjii tokkorratti mari’achuun, yaada wal jijjiiruun seenaa haaraa barreessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyya qajeeltoo “Rakkoo Afrikaaf Furmaata Afrikaa” jedhu qabatamaan mirkaneessite Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Injifannoowwan gurguddoon tokko tokko dirree waraanaa irratti hin galmeeffaman; seenaan tokko tokko sagalee rasaasaan osoo hin taane, marii fi…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Biyyaalessaa fi Ifa Bara Haaraa Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC) - Yaa'iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan xumuramuun, cimina biyyaattii, ogummaa uummata ishee fi ga’umsa hiree ishee ofiin murteeffachuu…