Idil Addunyaa Isiraa’el Iraan irratti bal’inaan haleellaa bante Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Waraana geggeeffamaa jiruun Isiraa'el Lixa Iraanitti haleellaa bal'aa banuun ishee himameera. Waraanni Isiraa'el akka beeksisetti, duulli kun…
Oduu biyya keessaa Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee sagantaa galii walitti qabuu Maqedooniyaa eegalchiisan Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen sagantaa galii walitti qabuu Giddugala gargaarsa Maanguddootaa fi Namoota rakkoo sammuu qabanii 'Maqedooniyaa'…
Oduu biyya keessaa Lammilee balaa Sigiga lafaan lubbuu isaanii dhabaniif sirni aadaa hirmii ittiin baafatan geggeeffame Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo Aanaa Gaaccii Baabaa Ganda Laakaatti balaa sigiga lafaa mudateen lammiilee lubbuu isaanii dhabaniif sirni…
Ispoortii Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii injifate Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Sagantaa CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaan Itiyoo Elektirik Nageellee Arsii 2 fi 0'n injifateera. Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Gaazexxeessaa duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa rawwatame Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2018(FMC) - Sirni Awwalchaa Gaazexxeessaa duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa Bataskaana Qacanee Madaanaalamiitti rawwatameera.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantii imala misoomaa fi badhaadhina waligalaa magaalattii keessatti ga’ee… Yonatan Birhanu Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC ) - Dhaabbileen amantii imala misoomaa fi badhaadhina waligalaa magaalattii keessatti ga'ee murteessaa qabu jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee. Bulchinsa…
Ispoortii Morkii Maanchiister Yuunaayiitiidi fi Astoon Viilaa… Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingiliz torbee 30ffaan Taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin taphatu ni eegama. Har'a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Taarikuu Olaanaa du’aan boqotan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Masoob rakkoo kenna tajaajila Seektaraalee Mootummaa furaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajila seektaraalee mootummaa hundeerraa akka furuuf hojjetamaa jira jedhan Itti…
Ispoortii Atileettoonni Itiyoophiyaa maaraatoonni See’ul injifatan Tsehay Guluma Mar 15, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Maaraatoonni See'ul Kooriyaa Kibbaatti gaggeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaanuu Injifataniiru. Dorgommii Dhiirotaan Atileet Haftuu…